2 Chronicles 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ammalle qori kud'ani mid'aase, shani moga bitaa ta Mana Waaqa kaye, shanile moga mirga kaye. Hujiini qori suni aka fooni hori gubani sorio baasani iti d'iqani. Ammo bisaani haro gingiti keesa jirani ka qaaloleeni d'iqattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon gongaa bisaanii ka keessatti hojjachiise shan mana woyyuu gara kibbaatiin; shan garuu mana woyyuu gara kaabaatiin kaaye; gongaan bisaanii kunniin ka foon horii ciincaa ciincawuu keessatti dhiqan; gongaa bisaanii guddaa worra gadootaatitu keessatti dhiqata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni kennansi gubamu akka itti dhiqamuuf, qorii kudhan hujisiisee, shan gara kaabaatiin, shan gara kibbaatiin keye; waabaa bisaanii san hayyoota qofatti itti dhiqataayyu.