2 Chronicles 4:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan ifseeni ira ejaanjitu kud'ani, aka mid'aasu malani gula worqiini mid'aasani, mesa kud'anile mid'aasani bada Mana Waaqaa suni keesa kayani, waan ifseeni ira ejaanjitu shanifi mesa shanile gama taka moga lachu naqani. Ammalle qori worqi ta d'ibba tokole mid'aasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon akka ufii karoorfateen baattuu ibsa'aa kudhan worqii irraa hojjachiisee kutaa mana woyyuu keessa shan gara kaabaatiin, shan garuu gara kibbaatiin kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma seeraatitti, waan issaa irra keyanu worqii irraa hujee, shan gara kibbaatiin, shan gara kaabaatiin Galma Waaqaa keessa keye.