2 Chronicles 4:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle naabo qaaloleeni keesa ooltu jaarani, naabo alaale d'ibi jaarani. Balbala naabo suni ch'ufa sibiila diimani ch'okhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon hulee itti gad bayan ka tajaajila gadootaatiif ta'uu fi akkasuma hulee itti gad bayan guddaa hojjachiise; hulee itti gad bayan kanniin hojjachiisee balbala itti hojjachiisee sibiila diima'aan akka midhaassan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni badhinna dalleya keessaa ka Hayyootaa hujee, badhinna dalleya keessaa guddichalle hujee, balbaloota san sageettuu itti gonfe.