2 Chronicles 5:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Solomonini huji ijaarsa Mana Waaqa ch'ufa hobaase jennaani Mana Waaqa keesa fulla woiti olkayani, waan abbaani isaa Daudini duri AABBO Waaqaa olkaye ch'ufa, achiti olkaye — qarsifi worqifi miha kaani ch'ufale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon ijaarsa mana woyyu'uu haga fixeen maayessa birri'ii fi worqii abbaan isaa Daawiti Rabbiif fooye maraa akkasuma meeshaa mana woyyuu keessaa maraa hulee meeshaa keessa kaayan ka mana woyyu'uu keessa kaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon hujii Galma Mootii Waan Maraa duudii fixeen duuba, waan abbaan isaa Daawiti hujii tanaaf adda baase mara meetii, worqi'ii fi meya mara mana meyaa ka Galma Waaqaa keessa keye.