2 Chronicles 5:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba qaaloleeni Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa Mana Waaqa olnat'e, Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullootiini d'ufte, akheekha waan koola ka lubbu qaba kaani jala keete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri gadootaa saanduuqa waadaa Rabbii gara mana woyyu'uu fidanii woyyitti woyyootaa keessa koola Kiruubeelii jala hulee isaa kaayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba hayyooti Saanduqa Gondooro'oo ta Mootii Waan Maraa gara Addee Irra Caalaa Woyyitti'ii ta Galma Waaqaa keessaa geessanee, koola dada ol-gubba'aa ta koola qadduu jala keyane.