2 Chronicles 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo dura eju male, nami d'ibiini dandae fiit'e kalcho inargu. (Kalchooni sunini arrale achuma jirti.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loosaan saanduuqa waadaa Rabbii guddisee dhedheeraa waan ta'eef namni woyyittii woyyootaa afoo dhaabate maruu arguu danda'a; namni woyyittii woyyootaa duuba dhaabate garuu arguu hin danda'u; loosaan kunniin haga adhaa achitti argaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Danqarooti sun guddoo dhedheeraa waan te'aneef, qacceen isaanii nama Galma Waaqaa keessa addee irra caalaa woyyittii dura dhaabbatutti hin mudhatti; nama Galma Waaqaatiin ala jirutti hin mudhattu; danqarooti sun haga adhaalle achuma jiran.