2 Chronicles 6:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana AABBO Waaqi yayu kakhu ufi guute anini huji hayyuma abba kiyya iraa fuud'e, Mana AABBO Waaqa Israeli iti kad'atani yayu jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon «Rabbi waadaa gale raawwateera; kanaafuu bikka abbaa kiyyaa mootii Israa'elii ta'ee muudamee maqaa Rabbii Waaqa Israa'eliitiif mana ijaareera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma Mootiin Waan Maraa waadaa gale san muummesseera. Ani akkuma inni waadaa gale san addee abbaa kiyya Daawitiititti mootii te'ee, barcumaa mootumma'aa ka Israa'elii irra tee'ee, maqaa Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'eliitiif Galma Waaqaa ijaareera.