2 Chronicles 6:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Mana suni keesa anini yayu Sanduqa Wold'aqisa, ka d'akha hahafalicha wold'aqisa AABBO Waaqi duri ababoota teennaani woliini tolfate, qabu, kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saanduuqa waadaa Rabbii ka Rabbi banii Israa'elii woliin waadaa galellee mana woyyuu keessa kaayeera» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqa Gondooro'oo ta Gondooroon Mootii Waan Maraa kolbaa Israa'elii woliin gondoorate keessa jirtu achi keessa keyeera» jedhe.