2 Chronicles 6:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Solomonini gumi ch'ufa dura d'ufe, fulla sorio iti qalani eje, harka olfud'ate, Waaqa kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootichi Solomoon banii afoo hulee ciinca'aa ka balbala mana woyyu'uu afoo madabii irra dhaabate; madabiin kun badhinni fi dheerinni isaa ciqilee shan, dalgi ciqilee shan ol fageenni ciqilee sadihii sibiila diimaa irraa hojjatee balbala mana woyyu'uu afoo dhaabe; inni madabii kana irra hulee namni maruu isa arguu danda'u irra dhaabatee harka ufii badhisee;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Solomoon addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraa dura dhaabbatee, wolde'a Israa'elii duratti, harka ifii diriirse.