2 Chronicles 6:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO, Waaqa Israeli, Waaqi aka kanketi tokoleeni lafafi gubba injiru! Atini wold'aqisa gumi tante woliini tolfatte jabeesite. Jaalala tante worra garsiifta, hojja worri garaa tokooni si gula yau.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbii Waaqa Israa'elii! ardi'ii fi sami'ittillee Waandhi akka keetii sirima hin jiru; ati waadaa banii keetii galte hin eedda; worra garaa qulqullu'uun si duukaa bu'an jaalala kee ka bara baraa isaanii ibsita.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa Israa'elii, ol-gubbaa keessa yookiin biyya lafaa irra Waaqi akka keetii hin jiru; ati tajaajiltoota teeti ta gadhaa tokkochaan fuula keeti dura deddeebi'anuuf Gondooro'oo fi jaalala keeti ka bara baraa hin eedda.