2 Chronicles 6:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana, Ee AABBO Waaqa Israeli, kakhu d'ibi atini abba kiyyati kakhate guuti, ta atini, haguma jiru jireenna, d'aloota kanke keesa, nami toko Israeli mohata, jette hojja gumiini tante aka inni Seera kanke guute, guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa Israa'elii! Waadaa abbaa kiyya Daawitii ka ‹ati akkuma seera kiyya eedde ijoolleen teellee yoo eedde fiixaa kee keessaa ka banii Israa'eliin irratti mooyu hin dhabamu› jettee isaa galte san akka naa raawwattu si kadhadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma, Mootii Waan Maraa, Waaqa Israa'elii, waan tajaajilaa keeti abbaa kiyya Daawitiin, ‹Akkuma ati fuula kiyya dura deddeebite, sanyiin teetille waan gootu maraan akka ajaja kiyyaatitti yoo deddeebite, nami isaan keessaa mootii te'ee barcumaa mootumma'aa ka Israa'elii irra fuula kiyya dura tee'u hin dhabamu› jettee waadaa galte san naaf eegi.