2 Chronicles 6:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, d'uguma atini lafa ira nama woliini inteeta? Gubbaleeni ato ballo akami tateele si ingeetu, duuba Mani anini jaare kunini akami si gaha?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu dhugamaan Rabbi lafa irratti nama woliin hin jiraataa? samiin samii gubba'aallee si baatuu hin danda'u; manni ani ijaare kun hagam danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Waaqa, ati dhugumaan biyya lafaa irra namoota woliin leetaa ree? Ol-gubba'aa fi ol-gubbaan oliituu si fuudhuu hin dandeettu; Galmi ani ijaare kun fa'a attam attam diqqaatu ree!