2 Chronicles 6:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa kiyya, anini hojattu tanteeti, kad'acha tiyya na d'agayi, waan anini arra si kad'ad'ule naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Rabbi Waaqa kiyya; faate'ee fi kadha'aa kiyya ka garbicha keetii dhagayi; waamsa ani si waamadhullee naa dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa kiyya, daadimataa fi gaaffii mararti'ii ta ana tajaajilaa keetii dhage'i; iyyaa fi daadimata ani tajaajilaan keeti fuula keeti duratti dhikeeffadhu naa caqasi.