2 Chronicles 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana anini yayu mana gudda dansa sii jaare, ka atini haga jiru jireenna keesati galtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu mana woyyuu gaachena qabu bareeda sii ijaareera. Manni kun mana ati baraa haga bara baraa keessa jiraattu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani galma guddaa miidhagaa ati haga bara baraa keessa leetu si'iif ijaareera» jedhe.