2 Chronicles 6:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani guyya Mana kana tissi. Atini ya kakhate aka armati si kad'atani, tanaafi hojja anini Mana kanati fuula deefad'e sii kad'ad'u na ch'aqasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji tee gara mana woyyuu kanaa ka ‹maqaa kiyyatu itti waamama› jettee halkanii fi guyyaa haa laaltu; kadhaa ani mana woyyuu kana keessatti kadhadhu naa dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti teeti halkanii fi guyyaa gara Galma akka maqaan keeti keessa jiraatu goote kanaa ilaaltuu ti. Daadimata ani tajaajilaan keeti gara Galma kanaa fuula galee daadimadhu naaf dhage'i.