2 Chronicles 6:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kad'acha tiyyaafi ta gumi tante ta Israeli, hojja nu fuula armati deefanne si kad'annu nuu d'agayi, worra kanke ka gubbati nu d'agayi nuu araarami.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani tajaajilaa kee ta'e; anii fi baniin kee Israa'el gara mana woyyuu kanaa laallee yoo si kadhannu kadhaa keenna samii teessoo kee irra taa'ii nuu dhagayi; nuu dhiisille'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadimata ani tajaajilaan keetii fi kolbaan teeti Israa'elii gara addee tanaa fuula gallee daadimannu, ol-gubbaa bultoo teeti irraa nuu dhage'iitii, nuu araaram.