2 Chronicles 6:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja namaani, ya wo yakite jed'ani himatani, fulla sorio iti qalani, ta Mana kanke kana keesa jirtuuni d'ufani kakhachiisani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni yoo goshoo ufii yakke; yoo isa himatanii isa gara mana woyyuu kanaa fidanii inni yakka irraa qulqulluu akka ta'e yoo kakatee hime,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami tokko nama dhibii irratti cubbuu hujee, cubbuu huje saniif gara Galma kanaa dhufee, gara addee ciinca'aa teetii dhikaatee akka kakatuuf yoo gaafatame,