2 Chronicles 6:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, gubbati ch'aqasi, hojattu tante dubbi worraa d'uga gula muri. Nama wollaala qabu wollaala iti muri, ka inqamne galakisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi ati samii irra taa'ii dhagayiif; tajaajiltoota teetiillee murtii qajeelaa murteessi; namni yakke yakka ufiitiin akka adabamu, namni yakka hin qabne akka bilisa bayu godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ol-gubbaa irraa dhage'iitii muraa kenni; tajaajiltoota teetiif muraa yennaa kennitu ka yakkeef akkuma yakkaa isaatitti mataa isaatitti deebis; balchichaalle balchummaa isaa mudhisiisaan akkuma balchummaa isaatitti isaaf kaffali.