2 Chronicles 6:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri kanke ka Israeli maro worri siti dabeefi nyaapi dabsate, ammo duuba eege worri siti deebie, Mana kanati d'ufe garaa laafe araarsa si kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kee Israa'el si yakkanii yoo diina ufiitiin dhayamanii gara kee deebi'anii yoo maqaa kee ulfeeffatan mana kana keessatti worwaatanii yoo si kadhatan ati sami'ii isaanii dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan teeti Israa'el waan si yakkiteef, diinota ifiitiin yoo injifatante, gaabbitee, gara keeti deebitee, Galma kana keessatti fuula keeti duratti daadimataa maqaa keeti yoo waammatte,