2 Chronicles 6:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja atini maro worri kanke si durati wollaaleefi bokaya worra roobu didde, ammo duuba hojja worri wollaala suni iraa deebie, Mana kanati fuula deefate, garaa laafe si kad'atu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo isaan si yakkanii sababaa isaan si yakkaniif ati akka roobni hin roobne goote isaan dhufanii yoo mana kana keessatti si kadhatan yoo maqaa kee kabajjan, yoo cubbuu ufii irraa deebi'an ati samii irraa isaanii dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan waan si yakkaneef ol-gubbaan cufantee, bokkeenni roobiisa yennaa dhabu, sababa cubbuu isaaniitiif, ati waan isaan rakkitteef, isaan gara addee tanaa fuula galanee yoo daadimatane, maqaa keeti yoo waammatane, cubbuu ifii irraa yoo deebi'ane,