2 Chronicles 6:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, gubbati worra ch'aqasi, daba hojattu tante worra Israeli biraa deemifi, waan d'uga worra barsiisi. Duuba, Ee AABBO Waaqa, lafa tante tana, ta atini d'aala worra kanketi kennite, bokaya roobifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuu banii keetii fi garboota kee ka Israa'elii isaanii dhiisi; karaa mishaa isaan irra deemanillee isaanitti mudhisi; lafa banii keetii kenniteef irratti rooba roobsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati ol-gubbaa irraa isaaniif dhage'iitii, cubbuu tajaajiltoota teeti kolbaa Israa'elii araaram. Karaa qajeelaa irra akka deemanu isaan barsiisi; lafa kolbaa teetiif dhaala gootee kennite irralle'etti bokkeya roobisiisi.