2 Chronicles 6:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kad'acha worraa d'agayifi. Hojja worri kanke ka Israeli nami toko gargala ufi arge, harka ufi gara Mana Waaqa kana qabe Waaqa kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kamuu yookaan baniin kee Israa'el maruu namni kamuu dhibee ufiitii fi gadda ufii beekee yoo si worwaatee si kadhate harka ufii gara mana woyyuu kanaa badhisanii yoo si kadhatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaa teeti Israa'el mara keessaa yookiin isaan keessaa nami tokko rakkinnii fi dhukkubbiin isaa itti dhage'antee, harka ifii gara Galma kanaa diriirsee daadimatee yoo gaafate,