2 Chronicles 6:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato biyyiti achi ejaanjitu Solomonini fuula worrati deefate, worra eebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa kana baniin Israa'elii isa bira dhaabataniiran; mootichi Solomoon gara isaanii gara galee akka Rabbi isaan eebbisuuf,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba wolde'i Israa'elii marti adoo achi dhaabbatiisatti jiranuu mootichi gara isaanii garagalee isaan eebbise.