2 Chronicles 6:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kad'acha isaa d'agayifi. Mana kanke ka gubbati worra ch'aqasi, araaramifi. Si ch'allati herega nama ch'ufa beekha, tanaafi nama ch'ufa waan isaa male tolchita,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafa ati abboota isaaniitii kennite irra bara jiraatan maraa baraa haga bara baraa si sodaata'aa akka jiraatan, karaa kee qajeelaa irra akka deeman samii irraa isaanii dhagayii cubbuu isaanillee isaanii dhiisi; ati callaan waan yaada garaa namaa beettuuf, nama yaada garaa isaa beettu maraaf akka hujii isaa isaa kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati ol-gubbaa addee bultoo teetii irraa dhage'iitii isaaniif araarami; gadhaa namaa ka beeku si qofa waan teeteef, nama tokko tokkoofuu akka hujii isaatitti gatii isaaf kenni.