2 Chronicles 6:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami gosa d'ibi, ka lafa fago tau, guddinnaafi jabeenna kanke d'agaye, waan atini namaa tolchitu hubate, aka si kad'atu Mana kanati gadi d'ufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Keessummaa ka banii Israa'elii hin taane ka biyya fago'oo waan maqaa kee gudda'aatii fi waan irree kee jaba'aatiif waan irree kee ka diriireetiif yoo dhufee gara mana kanaa laalee si kadhate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akkasuma ormi tokko ka kolbaa teeti Israa'el keessaa hin te'in, marroo maqaa keeti gudda'aa, marroo irree teeti jaddu'uutii fi harka keeti ka diriiree dhage'ee biyya fago'ootii dhufee, gara Galma kanaa fuula galee yoo daadimate,