2 Chronicles 6:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kad'acha isa d'agayifi. Gubbaa, fulla worra keetiti, isa ch'aqasi, waan inni fed'u guutiifi, aka gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti si beete sii saalfatu, akuma worra kanke ka Israeli. Duuba akanaani worrileeni imbeekha, aka Mani anini jaare kunini fulla iti si kad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ati samii irraa isaanii dhagayi worri Yihuudii hin taanee maruu akka maqaa kee beekanii akkuma banii Israa'elii akka si sodaatan manni woyyuun ani ijaare kun maqaan kee akka keessatti waamamu akka beekan; waan keessummaan kun si kadhate maraa raawwadhuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ol-gubbaa addee bultoo teetii irraa isaaf dhage'i. Kolbaan lafa irraa marti akkuma kolbaa teeti Israa'elii maqaa keeti beekanee akka si sodaatanu, Galmi ani ijaare kun maqaa keetiin akka waamamu akka beekanu waan ormi sun si gaafatu mara isaaf dhage'i.