2 Chronicles 6:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worri kanke siti ch'ubbame — qarale nami ch'ubbu intolchine injiru — duuba atini dallansu keesa harka nyaapa worraati kennite, nyaapi sunini worra boojie lafa d'ibiti geese, ato lafti sunini fagole taate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni si hin yakkine waan hin jirreef, ati isaaniin loltee diintota isaaniitiif yoo isaan kennite, biyya dhiyo'oo fi biyya fago'ottillee yoo booji'aman,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami hin yakkine waan hin jirreef, kolbaan teeti yoo si yakkitu, ati isaanitti aartee, diinota isaanii ka isaan booji'ee biyya fago'oo yookiin dhiko'oo isaan geessanutti dabarsitee yoo isaan kennitu,
Recommended Reading