2 Chronicles 6:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kad'acha worra kanketi d'agayifi. Yo lafa suni keesati worri ch'ubbu iraa deebie, si kad'ate, dabaafi ch'ubbu ufi siti himate, Ee AABBO Waaqa, kad'acha worraa d'agayifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
biyya itti booji'amanitti yoo aagii galanii fi biyyuma sanitti yoo ‹Cubbuu hojjanneerra si yakkineerra, waan hamaallee hojjanneerra› jedhanii si kadhatan kadhaa isaanii dhagayiif,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan teeti lafa booji'ante san keessatti qalbii ifiitiin gara keeti deebitee, ‹Cubbuu hunyeerra; yakkineerra; waan hantuu tolchineerra› yoo jette,