2 Chronicles 6:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo lafa suni keesati worri d'uguma daba ufi iraa deebie, fuula lafa atini ababoota teenna kenniteefi dira atini fohate kanafi Mana anini si jaare kanati daefate si kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
biyyuma itti booji'aman san keessa uduu jiran onnee qulqullu'uu fi garaa ufii guutu'uun gara kee yoo deebi'an gara lafa ati abboota isaaniitii kennitee fi gara qachaa ati filattee, gara mana woyyuu ani maqaa keetiin ijaaree kana laalanii yoo si kadhatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa itti booji'amane san keessatti gadhaa ifii tokkochaa fi lubbuu ifii takkatti'iin gara keeti deebi'anee, gara lafa ati abbootii isaaniitiif kennitee, gara qachaa ati filattee, gara Galma ani si'iif ijaaree kana fuula galanee yoo daadimatane,