2 Chronicles 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan jed'e, AABBO Waaqa Israeli ha guddisani. Inni yayu kakhu duri abba kiyya Dauditi kakhate guute. Gaafasi inni waan jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbii Waaqa Israa'elii galanni haa gawu; inni waadaa abbaa kiyya Daawitiin woliin gale raawwateera; dubbiin abdi'ii ka inni abbaa kiyyaa kennellee akkana jedha;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Mootiin Waan Maraa, Waaqi Israa'elii leellifamuu ti! Inni waan afaan ifiitiin abbaa kiyya Daawitiif waadaa gale muummesseera; inni abbaa kiyya Daawitiin,