2 Chronicles 6:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, amma kai, Sanduqa Wold'aqisa ka akheekha irre teeti garsiisu woliini Mana Waaqa seeni, haga jiru jireenna achi tai. Qaalole tante huji worra ch'ufa keesati eebisi, gumiini tante ch'uftileeni maro dansuma tanteetifi ha gammadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yabo'oo Waaqa kiyya saanduuqa waada'aa kee ka hunna qabu woliin gara hulee hara baafata keetii dhaqi; yabo'oo Waaqa kiyya worri gadootaa kee fayyummaa kee haa uffatan; woyyoonni keellee haa gammadan!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma, ee Mootii Waan Maraa Waaqa ka'i! Saanduqa Gondooro'oo ka hunna teeti mudhisu woliin gara addee foora teeti koyi. Ee Mootii Waan Maraa Waaqa, hayyooti teeti fayyinna uffatanuu ti; woyyooti teeti dansummaa teetiin firinxiixanuu ti.