2 Chronicles 6:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma gumi tiyya lafa Misiri keesaa baase, anini dira tokole lafa Israeli keesati fulla mana kiyya iti jaarani na kad'atani infohanne; ammalle anini nama worra kiyya ka Israelitini deemu infohanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Hennaa banii kiyya biyya Misiriitii baase irraa jalqabee haga adhaa hulee mana woyyuu kiyya itti ijaaru biyya Israa'elii maraa keessaa qachaa takkallee akkasuma nama banii kiyya Israa'eliin bulchu hin filanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Kolbaa tiyya Israa'el biyya Gibxi'ii keessaa haga baasee, qachaa gosa Israa'elii keessaa addee ulfinna maqaa kiyyaatiif Galmi kiyya itti ijaaramu, nama kolbaa tiyya Israa'elii sooressulle namuuyyuu ani hin filanne.