2 Chronicles 6:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Solomonini waan worraani jed'e, Abbaani kiyya, Daudini, duri herege, aka Mana AABBO, Waaqa Israeli, iti kad'atani jaaru;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan kiyya Daawiti, «Rabbii Waaqa Israa'eliitii mana ijaaru'uuf qalbii ufii keessatti yaadee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Abbaan kiyya Daawiti maqaa Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'eliitiif Galma ijaariisaaf gadhaa keessatti yaadateeraayyu.