2 Chronicles 6:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo AABBO Waaqi waan isaani jed'e, Heregi kanke sunini dansa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu abbaa kiyya Daawitiin «Maqaa kiyyaan mana naa ijaaru'uuf waan yaaddeef kana waan mishaa yaadde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo abbaa kiyya Daawitiin, ‹Ati maqaa kiyyaaf Galma naaf ijaariisaaf yaadatiis keeti dansa'a.