2 Chronicles 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo atini mana suni na injaartu, nami mana suni na jaaru ilmuma kanke.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ilma kee ka si irraa dhalatutu mana naa ijaara malee ati mana naa hin ijaartu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee ilmuma keeti ka ati uumatutti maqaa kiyyaaf Galma naaf ijaara malee si'ii moti› jedhe.