2 Chronicles 7:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini kad'acha ufi hobaase. Jennaani ibidi gubba gadi bue, sorio baasani taani ch'ufa gube, guddinni AABBO Waaqa ka bibiliqu mana isaa guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon haga Rabbiin kadhatee fixe ibiddi sami'ii bu'ee ciincaa ciincawuu fi ciincaa biraallee gube; ulfinni Rabbiillee mana san keessa guute;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon daadimatiisa ifii fixateen duuba, ibiddi ol-gubbaa irraa gad bu'ee kennansa gubamuu fi ciincaa dhikaate san nyaatee fixe; ulfinni Mootii Waan Maraalle Galma Waaqaa san guute.