2 Chronicles 7:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba boriyyaate, guyya diddami sadeeso ka jia torbeeso, Solomonini biyya galche. Waan AABBO Waaqi gumi Israelitiifi Daudifi Solomonile eebiseefi biyyiti guddo gammadde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ji'a torbeesso'oo guyyaa diddamii sadeesso'ootitti banii maraa gara qe'ee isaanii geegesse; Isaan waan Rabbi banii ufii Israa'elii, Daawitii fi Solomoonii arjumma'aa fi araara godheef gammada'aa Rabbiin galatoonfata'aa deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa itti aanu, Solomoon ji'a torbeesso'oo keessa guyyaa diddamii sadeesso'ootitti kolbaan gara mana ifii akka galanu godhe. Isaan marroo waan dansaa Mootiin Waan Maraa kolbaa ifiitiif, Daawitii fi Solomooniif godhee gammadaa galane.