2 Chronicles 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini Mana AABBO Waaqatifi mana, hayyu jaare, waan qara herege ch'ufa aka dansaa hobaase jennaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon akkuma karoorse mana woyyu'uu fi mana mootumma'aa ijaaree haga fixeen maayessa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon Galma Mootii Waan Maraatii fi mana mootumma'aa ijaaree fixe; inni Galma Mootii Waan Maraatii fi mana mootumma'aa waan hujiisaaf yaade mara fixe.