2 Chronicles 7:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi halkani isati d'ufe waan jed'eeni, Anini kad'acha atini na kad'atte ya d'agaye, ammalle Mana kana ya fohad'e, aka sorio keesati na qalani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi halkaniin itti mudhatee, «Kadhaa kee dhagayeera; mana woyyuu kana akka ciincaan keessatti naa ciincawuuf filadheera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa halkaniin isatti mudhatee, «Ani daadimata keeti dhage'eera; Galmi kunille addee ciincaa naaf itti dhikeessanu akka te'uuf filadheera.