2 Chronicles 7:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo yo worri ufi diqeese na kad'ate waan hamtu qara tolche iraa deebie, anini gubbati worra ch'aqase ch'ubbu worraa araaramefi lafa worrale daraarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
baniin maqaa kiyyaan waamaman yoo gad uf deebi'anii na kadhatan, yoo na barbaadan, yoo hujii hamaa ufii irraa deebi'an, ani samii irraa isaan dhagaya, cubbuu isaanii isaanii dhiisa, lafa isaaniillee hin fayyisa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaan tiyya ta maqaa kiyyaan waammantu yoo gad ifi qaddee, daadimattee fuula kiyyaa yoo barbaaddee, karaa ifii hamaa irraa yoo deebite, ani ol-gubbaa irraa isaaniif hin dhage'a; cubbuu isaaniille isaaniif araaramee, lafa isaanii hin fayyisa.