2 Chronicles 7:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi anini ya Mana kana fohad'e eebise fulla haga jiru jireenna keesati na kad'atani tolche. Tanaafi anini guyya ch'ufa Mana kana tisse qorqorad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee baraa haga bara baraa maqaan kiyya akka itti waamamuuf mana woyyuu kana filadheera; woyyoomseera; ijji tiyyaa fi onneen tiyya hennaa maraa isaan irra taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan kiyya haga bara baraa achi keessa akka jiraatuuf ani Galma kana filadheera; ilti tiyyaa fi gadhaan kiyya yennaa mara achi hin jiraata.