2 Chronicles 7:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini lafa duri isanii kenne keesaa isani balleese, Mana iti na kad'atani, ka anini eebise kana, lakise biraa deema. Ammalle fulla ch'ufati mana kana goyeesani tufatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafa abboota teessanii kenne irraa isin buqqisa; mana maqaa kiyyaaf woyyoomse kanallee hin dhiisa; banii maraa jiddu'utti worra mammaakaa isin godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani lafa isiniif kenne keessaa isin hin baasa; Galma maqaa kiyyaatiif adda baafadhe kanalle hin lakkisa; odduu kolbaa maraatitti waan mammaassaatii fi murgo'oo godha.