2 Chronicles 7:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mani kunini amma tana guddo gurra qaba, ammo gaafasi nami d'aatu bahu iraa rifate maadefate waan jed'u, AABBO Waaqi maanifi lafa teennafi Mana kana akana tolche?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worri mana gurra dhagayate kana laala'aa bira lufan maruu ‹Rabbi biyya kanaa fi mana kana irratti maal godhe?› jedha'aa baaseffatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Galmi kun amma ka baaseffachiisu te'ulle worri karaa san dabaru maadeffataa, ‹Mootiin Waan Maraa maaf waan akkasii lafa tanaa fi Galma kana irratti godhe?› hin jedhan.