2 Chronicles 7:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba biyyiti waan jettu, Wonti Waaqi akana tolcheefi waan worri AABBO Waaqa isaani, ka lafa Misiri keesaa ababoota isaani baase, lakiseefi. Worri Waaqa d'ibi gula bahe, Waaqa suni yaamate hojateefi. Duuba tanaafi AABBO Waaqi gaargala kana ch'ufa worraatini d'ufe jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
baniin sun ‹Rabbii Waaqa abboota isaanii ka biyya Misiriitii isaan baase dhiisanii waaqolee tolfamaa biraa waaqeffatanii waan hordofaniif, waan isaanii sagadaniif› Rabbi waan hamaa kana maraa isaanitti fide» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan deebittee, ‹Sababa isaan Mootii Waan Maraa Waaqa abbootii ifii ka biyya Gibxi'ii keessaa isaan baase lakkisanee, waaqota dhibi'itti maxxananee, isaan waaqonfatanee, isaan tajaajilaneef, badii tana mara isaanitti fide› hin jetti» jedhe.