2 Chronicles 8:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini niiti isaa, ta dubra hayyu Misiri, dira Daudi keesaa godaansise, mana inni jaarefiti qubsise. Inni waan jed'e, Isiini mana Daudi hayyu Israeliti galu himmalle, wonti akanatiifi fullaani Sanduqi Wold'aqisa duri tae ch'ufti qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon, «Huleen Saanduundhi waadaa Rabbii seene woyyuu waan ta'eef haati manaa tiyya mana Daawitii mootii Israa'elii keessa hin teettu» jedhee mucattii Fari'oonii qachaa Daawitii keessaa gara mana isi'ii ijaareetitti galche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon, «Addeen Saanduqi Gondooro'oo jirtu woyyuu waan teeteef, haati manaa tiyya mana mootumma'aa ka Daawitii mootii Israa'elii keessa le'uu isii hin barbaachisu» jedhee, haadha manaa ifii intala mootii Gibxi'ii qachaa Daawitii keessaa gara mana mootumma'aa ka isi'iif ijaaree geesse.