2 Chronicles 8:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri seera Daudini qaaloleefi worra Lawiti kenne, ka waan maneeni keesati wolkayanitifi waan d'ibilee tokole iraa ingorre aka dansaa jabeese guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waan mootichi ajajee fi seera inni worra gadootaatii fi worra leewwotaatiif baase maraa hin diinne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokkolle waan mootichi marroo hayyootaatii fi Lewwootaa, akkasuma marroo mana qabeennaatii fi waan inni ajaje maraayyuu irraa hin gorre.