2 Chronicles 8:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Hiramuni hobolofi nama isaa gugurda waan baariini beekhule woliini ergeefi. Worri sunini gara lafa Ofiri, hojattu Solomoni woliini, hobolooni d'aqe, worqi kilo kuma kud'ani shani Solomoni d'ufeeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Kiraam markaba hedduu fi worra waan galaanaa beekan, worra markaba oofan hojjattoota ufiititti kennee isaa erge; isaanillee hojjattoota Solomoonii woliin gara oofirii dhaqanii worqii saqilii dhibba afurii fi shantama caalu achii fuudhanii Solomoonii fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hiiraamiin mootichi qondaaltota ifii keessaa harka worra hoboloo guddittii oofuu beekuutitti hoboloota gugurdo'oo fi namoota waan abbaaya'aa beekanu Solomooniif erge; jarri sun qondaaltota Solomoonii woliin lafa Ofiirii dhaqanee, worqii gara kiiloogiraama kuma kudhanii shanii ol Solomoonii mootichaaf fidane.