2 Chronicles 8:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni dira ch'ufa ka hayyu Hiramuni isaa kenne mid'aase jaare, worra Israeli keesa qubsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma qachoota mootichi Kiraam isaa kenne deebi'ee haarawoomsee worri Israa'elii akka irra jiraatan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
olloota Hiiraam isaaf kenne haaressee ijaaree, Israa'eloota achi keessa qubachiise.