2 Chronicles 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini mukha suni faano Mana isaatiifi ka Waaqa tolche. Waan akasi suni taka lafa Yuda keesati inagarre.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi muka sandali'ii saniin woggaa mana woyyu'uutii fi mana mootumma'aa faarfattootaafillee masiinqo'oo fi meeshaa faaru'uu ka laagaa guddaa kennu hojjate; wonti akka inni hojjatee kun biyya Yihuuda'aa maraa keessattuu hin argamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi muka sandali'ii san irraa yaabbannoo Galma Waaqaatii fi mana mootumma'aa, faarsitootaafille kiraaraa fi maseenqoo hujisiise; wonni akkasii haga adhaatitti biyya Yihuda'aa keessatti dhaggantee hin beettu.