2 Chronicles 9:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Solomonini waan hayyitiini Sheba isa kad'atte ch'ufa kenneefi, ammalle waan isiini kenniteefi kaanile ira waan d'ibi kenneefi. Jennaani isiifii hojattuuni isii lafa isaniti galani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan mootittiin biyya Saaba'aa mooticha Solomoonii kennite caalaa mootichi Sololmoon waan isiin isa kadhatte maraa kenneef; kanaan maayessa isiinillee achii kaatee hojjattoota ufii woliin gara biyya ufii deemte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon waan mootittiin biyya Sheeba'aa isaaf fidde caalaa, waan isiin kadhattee fi waan gadhaan isi'ii yaade mara kenneef. Achiin duuba isiin namoota ifii woliin gara biyya Sheeba'aa deebite.